Friday, October 7, 2011

Si Jaalanna


Si jaalanna Mariyaam hadha kenyaa ()

Ijaa nuu deesseef nyaata lubbu keenyaa
Maariyaam baay’e sijaalanna
Cubbudhaan kufukoo Yaa Maariyaam
Ati hin ilaalinii Yaa Maariyaam
Abdiin koo sumadha Yaa Maariyaam
Nan ka’a kadhaa keen Yaa Maariyaam
Siittan himadhaa Yaa Maariyaam
Waan jirynay koo Yaa Maariyaam
Ijaa naaf taateef Yaa Maariyaam
Wabii gaafa rakkoo Yaa Maariyaam
Ceesisa…
Miidhaga amantootaa Yaa Maariyaam
Kan qulqullooftee Yaa Maariyaam
Lubbuu nama gadde Yaa Maariyaam
Baay’e gammachiftee Yaa Maariyaam
Cubbu dhaan kan kufe Yaa Maariyaam
Kaafte jabeessite Yaa Maariyaam
Maqaakee kan waamef Yaa Maariyaam
Kennaakee uffistee Yaa Maariyaam
Ceesisa…
Maqaankee guddaadha Yaa Maariyaam
Nama yaadateefi Yaa Maariyaam
Abdi namaaf ta’a Yaa Maariyaam
Nama qabateefi Yaa Maariyaam
Jireenyakoo hundaa Yaa Maariyaam
Calala naaf godhi Yaa Maariyaam
Garakettan iyyaa Yaa Maariyaam
Kadhaakoo dhagayii Yaa Maariyaam
Ceesisa….

ማርያም እንወድሻለን በሚለው መዝሙር ዜማ የሚዘመር የኦሮምኛ መዝሙር

No comments:

Post a Comment